Psalms 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aari funnaani keesaa yae, ibida woi gube balleesuufi ch'ileeni bobeetu afaani keesaa yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Funyaan isaatii aarri lolaa baye; afaan isaatiillee arrabni lolaa ka ibiddaatii fi barbadaan nama gubu baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Funnaan isaa keessaa aarri baye; afaan isaa keessaa ibiddi luxub godhuu fi kashilli ibiddaa baye.