Psalms 18:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gubba gargari tarsaase, dumansa guraacha miila ufii jala kaye gadi bue.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samii baqassee gara lafaa gad bu'e; luka isaa jala duumessa gurraachatu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol-gubbaa dayyaasee gad bu'e; duumensi gurraachi miila isaa jala jiraayyu.