Psalms 19:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Murani sunini worqi ch'ufa ira mid'aadi, dammale ira mioofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka worqii caalaa kabajjame; ka worqii baay'ee qulqullaaye caale; damma caalaa mi'aaya; nadhii dammaa caalaa namatti tola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worqii gatii guddo'oo caalaa, worqii baqisiisanee qulleessane caala'aayyuu gatii qaddi. Damma caalaa, nadhii dammaa caalaa mi'ootti.