Psalms 19:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ch'ubbu anini beekha tolchele duraa na baasi; isi na mohachu d'owi. Duuba akanaani anini qulqullae, ch'ubbu iraa fagaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbicha kee cubbuu ugguu irraa eegi; akka na irratti hin moone na gargaari; yoo san mudaa malee jiraadha; yakka guddaa irraa hin qulqullaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuu beekaa hujanu irraa na garbicha keeti eegi; akka isiin na mootu hin eeyyamin. Yoos ani ka komii hin qannee fi ka yakkaa guddoo hin qanne hin te'a.