Psalms 19:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo qonqooni worra fulla ch'ufa guute, dubbini worraaleeni muumme lafaa d'aqabde. Waaqi adu gubba qubsise;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu dhaamsi isaanii gara adunyaa maraa faca'e haga daangaa ardii maraa baya; Rabbi hulee aduun jiraattu samii irra godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ergaan isaanii biyya lafaa duudi'itti baatee, haga qaccee biyya lafaa geetti. Inni adu'uuf gubbaa irratti dunkaanii dhaabe.