Psalms 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isiini diirama akuma nama dubra fuud'e gammadu baate, akuma qolcha nama ka gammadani ch'eu utaalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aduun akka idaayyaa golaa baatuutitti baati; akka nama fiigee jabaatee galma gayuutitti gammaddi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aduun akka waajiba diinqa ifiitii gad bayuu baati; akkuma nami rukkee wol doggommi'ii rukkisu gammadaan rukkisu, aduun rukkee wol doggommi'ii rukkisiisaaf gammaddi.