Psalms 19:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini ilaborutiini gabaate ila galchutiini d'iiti wonti owa isi duraa d'okhata injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baati isaa daangaa sami'iiti; naannofni isaa haga daangaa biraati; ka oo'a isaa jalaa dhokatu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aduun dhuma qaccee gubba'aa taan irraa ol baatee, gara qaccee taanii qaxxaamurti; wonni o'a isi'ii duraa dhokatu hin jiru.