Psalms 19:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani AABBO Waaqa qajeeltu, ka gula deemuleeni ingammada. Jechi AABBO Waaqa ka d'ugaati, qalbi namale woi hubachiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerran Rabbii sirri'i; garaa namaa gammachiisa; ajanyi Rabbii hin ifa; ija namaa ibsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri Mootii Waan Maraa sirri'i; gadhaa nama gammachiisa. Ajaji isaa ifa; Ila namaa bana.