Psalms 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyoota, gorsa kana d'agaya, ee worra lafa fidu, waan kana qalbeefad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin mootonni qalbifadhaa'a; isinillee worri biyya bulchitan uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, isin mootoleen qalbeeffadha'a; isin bulchitooti biyya lafaa ifi eeggadha'a.