Psalms 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
holad'a, isa durati ga jejed'a; aka inni hurre isaniti dallane, isani yoosu indoone. Ayyaana worra AABBO Waaqati d'eete qarqaarsa ira barbaaduti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka inni hin lollee fi akka karaa kanaan isin hin balleessine; gad jedha'aa ilma isaa dhungadhaa'a; lolli isaa waan dafee bobayuuf. Worri isa irkoo godhatan maruu worra eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mufiin isaa ariiti'iin waan dhuttuuf, isinitti mufatee akka isin hin balleessine, qulqullumma'aan waaqonfadha'a. Worri gara isaa baqatu ka gammade.