Psalms 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota sansalata worraa ufira kunne, mootuma worra jala bana jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Haada sibiilaa isaanii haa kunnuu; sibiila lukaa ka isaaniillee uf irraa baafnee haa gannuu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Kowa'a, wodaroo sibiilaa ta isaanii ifi irraa kunnuu ti! Wodaroo isaaniille ifi irraa gannuu ti» jedhan.