Psalms 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na kad'ad'i, anini gosa lafa keesa jirtu ch'ufa sii kenna. Lafti ch'ufti haguma geetunu tante taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na kadhadhu; mootota kee akka ta'an taasisee, daangaan lafaallee akka tee taatu sii kennaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Na gaafadhu; gosa biyya adda addaa mara sii kenna; kolbaan biyya lafaa marti qabeenna keeti hin teeti.