Psalms 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ule sibiilatiini worra ch'ach'absite; aka okote faara gargari bulleesita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ulee sibiilaatiin isaan butuchita; akka meeshaa faaraatitti isaan bulleessita »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ulee bokku'uu ta sibiilaatiin isaan hin bulchita. Akka okkote'ee isaan hin butuchita› jedhe» jedha.