Psalms 20:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya atini gaargala qabdu, AABBO Waaqi ha kad'acha tante d'agayu! Waaqi Yakobo ha si qorqoratu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi guyyaa rakko'oo kadhaa kee sii haa dhagayu! Maqaan Waaqa Yaaqoobii si haa eegu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa rakkinna keetii Mootiin Waan Maraa si'iif dhage'u! Maqaan Waaqa Yaaqoobii si eegu!