Psalms 20:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha waan atini isaa baaftu ch'ufa fud'ate, sorio tante ch'ufa iraa gammaduti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa kee maraa si irraa haa fudhatu; ciincaa keetiin haa gammadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kennansa keeti mara fudhatee ciincaa keeti maratti gammaduu ti.