Psalms 20:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nu hojja atini nama dabsattu gammanne, maqa Waaqaa kennatiini bandera keenna old'aamna! AABBO Waaqi fed'i tante ch'ufa ha guututi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ati mooyatteef hin gammanna; maqaa Waaqa keennaatiin alaabaa keenna ol qabna; Rabbi kadhaa kee maraa sii haa raawwatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ati injifatte nuuti gammadaan hin ilillinna; Waaqa keenna leellisiisaan baandiraa keenna ol kaafanna; Mootiin Waan Maraa waan ati gaafate mara si'iif guutu.