Psalms 20:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami akasi sunini gufateti lafa d'aa, ammo nu olkaane jajabaanne ejaanjina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gufatanii kufan; nu garuu kaanee jabaannee dhaabanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gufatanee hin jigan; nuuti ammoo kaanee jabaannee hin dhaabbanna.