Psalms 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan garaani isaa fed'u isaa kennite, waan inni kad'atu guuteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fedhii garaa isaa kenniteef; ati waan inni si kadhate hin dhoogganneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati halchaa gadhaa isaa isaaf kenniteerta; waan inni si gaafate ati isa hin dhoogganne.