Psalms 21:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni AABBO Waaqa gudda abdata; maro jaalala Waaqa ta ind'umanneefi hayyule inchochomne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Rabbiin hedata; jaalalli Rabbii gudda'aa waan isa woliin jiruuf hin raafamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Mootii Waan Maraatitti addata; sababa jaalala bara baraa ka Waaqa Ol Aana'aatiif, inni hin raafamu.