Psalms 21:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja d'ufu aka ibida bobau gube worra balleesa. AABBO Waaqi dallansu isaa keesa worra liqimse, ibidileeni worra hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati hennaa mudhattu; akka ibidda sunsuma keessaa isaan goota; Rabbi balaa ufiitiin isaan fixa; Ibiddi mucuq godhee isaan fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati yennaa mudhattu, akka barbada ibiddaa isaan gudda. Mufii teetiin isaan hin fixa; ibiddi isaan luxub godha.