Psalms 22:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, atini maafi na lakifte? Anini siti bohe qarqaarsa si kad'ad'e, ammo atini na baasu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! Waaqa kiyya! maaf na dhiifte? maaf na oolchuu didde? laagaa worwaata kiyyaa irraa maaf fagaatte?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, maaf na lakkitte? Ati maaf na qarqaariisa irraa, jecha aadiisa kiyyaa irraa fagaatte?