Psalms 22:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haguma d'alad'e suma heregad'e, Waaqi kiyya haguma duriti sii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa dhaladhe irraa jalqabee ka na eege si'i; guyyaa dhaladhe irraa jalqabee ati Waaqa kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadaamessa haadha tiyyaatii jalqabee ka na eege si'i; gadhaa haadha tiyyaatii jalqaddee ati Waaqa kiyya teeteerta.