Psalms 22:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naraa infagaatiini! Gaargali ya nati d'iaate, nami na qarqaaru d'ibiini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoon waan na irra gayeef, ka na gargaaru waan hin jirreef na irraa hin fagaatin!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkinni na dhaqqabiisaaf waan dhikaateef, ka na qarqaarulle waan hin jirreef, na irraa hin fagaatin.