Psalms 22:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka nyeench'a afaani bane nati itane, gaadeeni na tatarsaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka leenca waan nyaatu dhadhoolee butu'uuf aaduutitti diintonni tiyya afaan natti banan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka neenqa waan adanse kukkutataa dhangaa dhowuu, isaan afaan ifii natti banan.