Psalms 22:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irreeni tiyya aka bisaani lafati jissani bade, lafeleeni tiyyaleeni mitta keesaa yaate. Onneeni tiyyaleeni aka haanch'a na keesati bat'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni kiyya dadhabee akka bisaanii jige; lafeen kiyya maruu wol gad dhiisee addaan baye; onneen tiyya akka gaga'aa taatee; na keessatti baxxe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni tiyya akka bisaanii jiddeerti; mitikaan lafee tiyyaa marti gargar bayeera. Gadhaan kiyya akka gaga'aa na baqeera.