Psalms 22:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni tiyya guddo gogodde, arabi kiyyaleeni laagati na mat'ane. Atini yayu awaara keesa na buufte, duati na lakifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan kiyya akka faaraa goge; arrabni kiyyallee laaga'aan wolitti na maxxane; ati gara biyyee awwaalaa na buufte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan kiyya akka basso'oo gogee, arrabi kiyyalle laagada'atti na qabate; ati akka nama du'ee bukuu keessa na irkitte.