Psalms 22:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuli nama ch'ubbuu na marse; aka yayi nati baafate, harkaafi miila kiyyale ch'ufa tatarsaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sariin na marsan, gumiin worra hammeeyyi'ii naannaya kiyya hiriiraniiran; lukaa fi harka kiyyallee woraananiiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri akka sare'ee na marse; goliin worra hantuu hujuu na naannessanee, harka kiyyaa fi miila kiyya woraananee fullaasane.