Psalms 22:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, ee AABBO Waaqa, atini nara infagaatiini, hurrisi kooti, na qarqaari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati garuu na irraa hin fagaatin; gargaaraa kiyya! dafii na gargaari.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa kiyya, ati ammoo na irraa hin fagaatin! Ee qarqaaraa kiyya, na qarqaariisaaf ariifadhuu koy!