Psalms 22:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Goraade tana jalaa na baasi lubbu tiyyale sareele tana duraa baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu tiyya guraade'ee fi harka sariin kanniinii jalaa na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuu tiyya shallaagaa jalaa, jiruu tiyya hunna saroolee tanaa jalaa baasi.