Psalms 22:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyeench'a kanale duraa na baasi, anini gafarsa kana ufira d'owu indandau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan leencaa irraa na oolchi; gaafa gafarsaa ka nama woraanu jalaa na baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan neenqaa jalaa na hamburi; gaafa gafarsaa jalaa na baasi.