Psalms 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isani, hojattuuni AABBO Waaqaa isaa faarsa! D'aloota Yakobo, isa guddisa! Worra Israeli, isa ulfeesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri Rabbiin sodaattan isa galatoonfadhaa'a! isin fiixaan Yaaqoobii maruu isa kabajjaa'a! baniin Israa'elii maruu isa sodaadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri Mootii Waan Maraa sodaattanu, isa leellisa'a! Isin sanyiin Yaaqoobii marti, isa ulfeessa'a! Isin kolbaan Israa'elii marti, isa saadadha'a!