Psalms 22:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesi haga fed'u nyaate quufa; nami AABBO Waaqa barbaadu isa faarsa. Worri sunini ha haga jiru jireenna hormaata qabaatuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyiin haga quufanitti nyaatan; worri Rabbiin soqan isa galatoonfatan; garaan keessan bara jireenna keessanii maraa haa gammadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hiyyeeyyiin nyaatanee hin quufan; worri Mootii Waan Maraa barbaadu, isa hin leellisan. Baruma baraan gadhaan keessan gammadaan le'uu ti!