Psalms 22:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti AABBO Waaqa qaabate, fulla jirtu ch'ufa isati deebiti; nami gosa ch'ufa isa dura d'ufe kad'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni daangaa ardi'ii maruu hin hubatan; gara Rabbii deebi'an; baniin adunyaa irra jiru maruu isaaf sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan lafa irraa marti qaabattee gara Mootii Waan Maraa hin deebiti; maatiin gosa biyya adda addaa marti isaaf hin sagaddi.