Psalms 22:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan worra garaa haad'a jiru sunini jed'ani: AABBO Waaqi ya gumi isaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaan hujii balchaa labsaniif «Inni kana godhe» jedhanii namoota haga ammaa hin dhalannetti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhufanee hujii balchummaa isaa lassaa, balchummaa inni huje worra amma hin dhalatiniif hin himan.