Psalms 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na argu ch'ufti na goyese, na miid'e, mata nati irbee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni na laalu maruu natti balda; mataa natti sochoosan; akkana jedha'aa na riqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka na dhaggu marti natti murga; isaan arraba baasanee mataa natti raasaa,