Psalms 22:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan nani jed'u, Atini Waaqa abdatte, inni ha si baasu. Yo AABBO Waaqi si jaalate, inni ha si qarqaaruti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan ufiitiin, «Inni waan Rabbitti abdateef, mee isa haa oolchuu, yoo ka jaalatuun ta'e mee isa haa hambisuu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Inni Mootii Waan Maraatitti addateeraa, inni isa hamburuu ti me! Inni waan isa jaalatuuf, isa baasuu ti me!» naan jedhan.