Psalms 22:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na qorqorate garaa haad'a tiyya keesaa na baaseleeni sii, harma haad'a tiyyale siumati na hosise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu gadaamessa keessaa na baafte; hennaa ani daa'imumma'atti harma haadha tiyyaa hodhu ati hedoo naa taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati nageyaan akka dhaladhu na gootee, harma haadha tiyyaa irralle'etti na eedde.