Psalms 23:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lubbu nati deebisa. Inni akuma nati kakhate kaani kara qajeela na qajeelcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna kiyya hin haarawoomsa; maqaa ufiitiif jedhee karaa balchumma'aa irra na masakka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jabeenna haareya naa kenna; maqaa ifiitiif jedhee daandii balchaa irra na sooressa.