Psalms 23:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nyaapa kiyya ch'ufa durati jila naa tolchite; d'ad'ale na muude, waan anini d'ugule naa kennite na quubsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu diintonni tiyya argan waan nyaataa naa qopheessite; mataa kiyya dhadhaa dibde; mijuun tiyya guuttee irra jiddi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo diinoti kiyya dhagganuu, ati nyaata naaf qopheessita. Mataa kiyya zayitii ejersaa muudda; muduunuun tiyyalle guuttee irraa dhangalaati.