Psalms 23:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dansumafi jaalalti tante haga anini jiru ch'ufa na illakiftu; haga anini jiru ch'ufa mani kanke naa worra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara jiraadhu maraa arjumma'aa fi araarri kee shakkii malee na duukaa ta'an; ani mana Rabbii keessa baraa haga bara baraa jiraadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan, bara jiruu tiyyaa mara, dansummaan teetii fi marartiin teeti na gula deeman; bara le'ii tiyyaa mara mana Mootii Waan Maraa keessa hin le'a.