Psalms 24:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ardiinii fi wonti isii irra jiraatu maruu; adunya'aa fi wonti isii keessa jiraatu maruu ka Rabbiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafaa fi wonni lafa irra jiru marti ka Mootii Waan Maraa ti; biyyi lafaatii fi worri isii keessa le'u marti ka isaa ti.