Psalms 24:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti dandae gaara AABBO Waaqaa olkora? Eenuti dandae mana isaa qulqullo seene keesa eja?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara gaara Rabbii eentu bayuu danda'a? hulee woyyuu isaa irra hoo eentu dhaabata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kooba Mootii Waan Maraa ka ol bayu eennu? Dunkaanii isaa woyyittii keessa ka dhaabbatu eennu?