Psalms 24:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama garaa qulqullo, ka harki isaa woi iyyakine, ka waan harkaani boch'ani inkad'anne, yokhaani ka waan d'araatiini inkakhanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka harka qulqullu'uutii fi ka garaa qajeelaa qabu; ka lubbuu ufii waan sobaatiif hin kennine. ka sobaan hin kakanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama harka qulqullu'uutii fi gadhaa qullu'uu, ka waaqota dharaa hin waaqonfanne, ka sobaan hin kakanne qofa.