Psalms 24:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama suni AABBO Waaqi eebise baase, atini wollaala inqabdu jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akkanaa kun Rabbiin biraa eebba, Waaqa qorsa ufii irraa araara argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa biraa eebba, Waaqa fayyisaa biraa balchummaa hin dhaggata.