Psalms 24:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqati d'ufu worra akana akana, ka Waaqa Yakobo barbaade iti d'ufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gara Rabbii dhiyaatuu fi ka Waaqa Yaaqoobii soqu ka akkanaa kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhalooti isa barbaadu isaan kana; ee Waaqa Yaaqoobii, worri fuula keeti barbaadu isaanuma kana.