Psalms 24:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullo ch'ufana duraa fuud'a balbala dullati bana, aka hayyuuni guddinna olseenu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin karriti maruu banamaa'a; isin balballan bara baraa; akka mootiin ulfinnaa seenu ol siiqaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin ulfinnaa akka seenu, Ee Karra, gara maraan banama'a! Isin balbala durii durii, badhadha'aa banama'a!