Psalms 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni guddinna kunini eenu? Inni AABBO Waaqa, ka jabeennaafi irre qabu, AABBO Waaqa, ka nyaapa ufi dabsatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin ulfinnaa kun eennu? Rabbii jaba'aa fi gudda'a; Rabbii lolatti jaba'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin ulfinnaa kun eennu inni? Inni Mootii Waan Maraa jaba'aa fi janna; inni Mootii Waan Maraa ka lolaan jaba'aa ti.