Psalms 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama wold'aqisa isaa jabeese seera isaa guutu ch'ufa, d'ugaafi jaalala ind'umanneeni jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waada'aa fi seera isaa eegan; karaan Rabbii maruu dhuga'aa fi arjumma'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gondooroo isaatii fi ajaja isaa eegatanuuf, Mootiin Waan Maraa jaalala ifii ka bara baraatii fi addatamummaa hin mudhisa.