Psalms 25:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa keeti jed'i, ee AABBO Waaqa, ch'ubbu tiyya heddu naa araarami.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ulfinna maqaa keetiitiif jedhii baay'inna cubbuu kiyyaa naa dhiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaan tiyya bacaa waan teeteef, ee Mootii Waan Maraa, maqaa keetiif jedhii naaf araarami.