Psalms 25:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami sunini woi horata, ilmaani isaaleeni lafa d'aalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa maraa duroomee jiraata; fiixaan isaallee biyya dhaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jiruu dansaa hin jiraata; sanyiin isaalle lafa hin dhaalti.